Om avsnittet

CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa Af-gaaffii Haala Waraana Oromiyaa, Marii Biyyoolessaa fi Loogoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa tibba kana jijjiirrame irratti Hayyuu Saayinsii Barnootaa Dr. Gizawu Taasisaa Leencoo waliin taasifne. Tamsaasa keenya karaa FNN, Facebook fi YouTube keenyaa nu hordofuu dandeessu. Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. Support the show