Om avsnittet

Dr. Makbib Gabayyoo fi Dr.Baaroo Dheeresssaa tu waayee kaleessaa, hardhaa fi egeree saba keenyaa karaa siyaasaa fi diinagdeen akkasumas hawaasummaan waan thuuf jiru, tahaa turee fi itti jira irratti J/Ayyaanaa Goobatu qindeesse caqasaa Send us Fan Mail Support the show