Om avsnittet

Bara 2018, batii Adoolessaa keessaa qabsaawaa gameessaa fi warra qara Jaal Elemoo Qilxuu waliin rasaasa dhukaasan keessaa Jaal Dhugaasaa Dhugoomsaa nama lubbuun jiraniidha. Isaan waliin turtii goonee turre. Waggaa 3 booddee dubbii isaanii kana caqasaatii hubannoo argadhaa. Send us Fan Mail Support the show