
Kutaa 2ffaa Yaa'ii 2ffaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo, Bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa
VOICE FROM THE HORN Podcast · CHALA ABATE
- 2 tim 1 min
- Säsong 47, Avsnitt 2

VOICE FROM THE HORN Podcast · CHALA ABATE
Haalli amma sabi keenya keessa jiru, sadarkaa qabsoon keenya irra ga’e fi tarkanfii mootummoota addunyaa kana ilaalchisee, xinxala haala jiru kana ilaaludhan humna qabsoo keenya fi qabsa’ota jabbessuun haala fardidha. Kanaaf MDHO conferensi tokko haala kana ilaalchisee qophessera. Kanaaf hayyoota Oromoo Prof. Asafaa Jaalataa, Dr.Baaroo Dheeressaa fi Barreessaa fi hayyuu siyaasaa Obbo Kumsaa Buraayyuu tu qormaata dhiyeesse. Kutaa 2ffaa kana kana keessatti qormaata Dr Baaroo Qannoo Dheeressaa fi gaaffilee hirmaattoonni hayyoota keenyaf dhiyeessan akkuma jirutti siniif dhiyeessine. Itti dhiyaadha. Send us Fan Mail Support the show