
Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
VOICE FROM THE HORN Podcast · CHALA ABATE
- 2 tim 1 min
- Säsong 1, Avsnitt 225

VOICE FROM THE HORN Podcast · CHALA ABATE
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha. Sagaleen caqasuuf deemtan kunis: J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ti. Send us Fan Mail Support the show