Om avsnittet

Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa turan mo maal keessa jiru? Turtii Miidiyaa Dhaddacha Oromoo jiraattoota Bunnoo Baddallee waliin godhe caqasaa Send us Fan Mail Support the show