VOICE FROM THE HORN Podcast
254 avsnitt. Sida 2 av 10.
- Diraamaa miseensota WBO durii Kutaa 2ffaa
Diraamaa Seenaa Qabeessa miseensonni WBO durii hojjatan kutaa 2ffaa Seenaa shalli Oromoo keessa bahe… Send us Fan Mail Support the show
1 tim 26 min · Säsong 2 · Avsnitt 228 - Diraamaa miseensota WBO durii
Diraaman kuni calaqqee seena uummanni Oromoo keessa darbe haaritti agarsiisa. Send us Fan Mail Support the show
1 tim 51 min · Säsong 1 · Avsnitt 227 - Waayee WBO mooratti galchuu irratti J/Daawud Ibsaa maal jedhan
Send us Fan Mail Support the show
14 min · Säsong 1 · Avsnitt 227 - Guyyaa Gootota Oromoo: Irbuu Shinniggaa
Marii Jaal Ayyaana, Dr Baaroo fi Caalaa Hayiluu taasisan caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 50 min · Säsong 1 · Avsnitt 226 - Sirboota aadaa fi Waaqeffannaa Nagii Tolaa fi Urgii Daadhii fi Hawwisoo Jiituu Adaamaa durii
Send us Fan Mail Support the show
6 min · Säsong 1 · Avsnitt 234 - Lafti keenya Lafee keenya
Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa fi Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin dhimma maqaa misooman Oromoon buqqifamu irratti goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 51 min · Säsong 1 · Avsnitt 234 - Development Without Justice Is Not Development
My thoughts on the displacement or eviction of Aabbuu Seeraa Oromo farmers in the name of a grand project called the Bishoftu International Airport building. Development Without Justice Is Not Development Why Evicted Oromo Farmers from…
59 min · Säsong 1 · Avsnitt 233 - The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image.
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image While you listen to the Ilfes music, watch closely the picture I used as profile of the music too Send us Fan Mail Support the show
5 min · Säsong 1 · Avsnitt 232 - Bara 2025 keessa Dararaa uummanni keenya keessa darbe akka keessa deebitti marii J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa marii taasisne
Itti fufiinsa dararaa, hidhaa, ajjeechaa fi jeequmsa jireenya bara 2025 keessa Bilxiginnaan uummata keenya irratti raawwachaa turte keesaaa hamma tokko J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa…
1 tim 27 min - Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin
Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira? DHALOOTA FINCILAA Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira? Birhaanuu Hundee tiin Waggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya…
22 min · Säsong 1 · Avsnitt 228 - SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE
SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL…
2 tim 30 min · Säsong 1 · Avsnitt 227 - Seenaa Finfinnee fi abbeentummaa magaalaa Finfinnee Obbo Ida’oo Boruu maal jedhan
Seenaa Finfinnee irratti Obbo Ida’oo Boruu Odaa oso hin du’in dhalootaf waan dhaame qaba ture. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 24 min · Säsong 1 · Avsnitt 226 - Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf…
2 tim 1 min · Säsong 1 · Avsnitt 225 - Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PP
Send us Fan Mail Support the show
1 tim 59 min · Säsong 1 · Avsnitt 2023 - The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu.
Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work…
44 min · Säsong 1 · Avsnitt 231 - Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes.
Send us Fan Mail Support the show
11 min · Säsong 1 - Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa, Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. Hordofaa Send us Fan Mail…
1 tim 36 min · Säsong 1 · Avsnitt 230 - Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa: Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee…
45 min · Säsong 1 · Avsnitt 224 - Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa. Send us Fan Mail Support the show
2 tim 14 min · Säsong 1 · Avsnitt 2023 - Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 32 min · Säsong 1 · Avsnitt 223 - Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa Booranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa Send us…
1 tim 46 min · Säsong 1 · Avsnitt 120