VOICE FROM THE HORN Podcast
254 avsnitt. Sida 3 av 10.
- Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera.
58 min · Säsong 1 · Avsnitt 115 - Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona. nuwaliin turaa https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz "Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~…
1 tim 15 min · Säsong 1 · Avsnitt 213 - Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
Egereen Oromoo oluma! Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa. Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin…
1 tim 4 min · Säsong 1 · Avsnitt 212 - Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo…
1 tim 41 min · Säsong 1 · Avsnitt 211 - Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban
CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa…
1 tim 14 min · Avsnitt 210 - Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.
''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira. Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san…
1 tim 33 min · Säsong 1 · Avsnitt 203 - ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata.
1 tim 35 min · Säsong 1 · Avsnitt 193 - Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee…
2 tim 51 min · Säsong 192 · Avsnitt 1 - Poem: My poor mother
My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I can’t sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking…
5 min - Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu…
1 tim 7 min · Säsong 183 · Avsnitt 1 - Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
Send us Fan Mail Support the show
50 min · Säsong 1 · Avsnitt 194 - Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?
Send us Fan Mail Support the show
26 min · Säsong 1 · Avsnitt 193 - Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Send us Fan Mail Support…
1 tim 20 min · Säsong 1 · Avsnitt 190 - Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 11 min · Säsong 1 · Avsnitt 192 - #Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
#Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Send us Fan Mail Support the show
1 tim 15 min · Säsong 1 · Avsnitt 4 - OROMOON MIIDIYAA QABAA?
Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 43 min · Säsong 1 · Avsnitt 198 - Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?
Send us Fan Mail Support the show
1 tim 4 min · Säsong 1 · Avsnitt 198 - #Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa…
1 tim 26 min · Säsong 1 · Avsnitt 3 - Poem: Here Qaama Koo
Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan…
4 min · Säsong 1 · Avsnitt 185