VOICE FROM THE HORN Podcast

254 avsnitt. Sida 4 av 10.

  1. Poem Daawitii Seenaa2

    DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee…

    16 min · Säsong 1 · Avsnitt 1
  2. Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?

    Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan…

    48 min · Säsong 1 · Avsnitt 184
  3. #Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!

    Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni…

    1 tim 26 min · Säsong 1 · Avsnitt 2
  4. Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?

    #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan…

    22 min · Säsong 1 · Avsnitt 183
  5. Poem: Bara Sana

    Send us Fan Mail Support the show

    5 min · Säsong 1 · Avsnitt 182
  6. CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE

    https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessan Send us Fan Mail Support the show

    51 min · Säsong 1 · Avsnitt 181
  7. #Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!

    Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa…

    1 tim 23 min · Säsong 180 · Avsnitt 1
  8. 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa

    𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo…

    40 min · Säsong 179 · Avsnitt 1
  9. Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?

    Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun…

    1 tim 45 min · Säsong 178 · Avsnitt 1
  10. Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti

    Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni…

    20 min · Säsong 177 · Avsnitt 1
  11. State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.

    Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif…

    1 tim 38 min · Säsong 176 · Avsnitt 1
  12. Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.

    Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 15 min · Säsong 175 · Avsnitt 1
  13. Abiy fi Oromoo

    Send us Fan Mail Support the show

    6 min
  14. Argaa dhageettii Oromoo

    Send us Fan Mail Support the show

    4 min
  15. Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa

    Send us Fan Mail Support the show

    4 min
  16. Afaan Oromo INSTRUMENTAL MUSIC Collection

    Send us Fan Mail Support the show

    31 min
  17. Walaloo dhumaatii uummata Oromoo Salaalee

    Send us Fan Mail Support the show

    1 min
  18. Muuziqaa Oromoo Abdallaa Huseen, Saani Adiin Faaya

    Send us Fan Mail Support the show

    6 min
  19. Certain essential qualities for a good writer

    Send us Fan Mail Support the show

    10 min
  20. Yaadannoo weellistuu fi qabsooftuu Oromoo Halloo Dawwee

    Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 60 min
  21. MDhO/MCO: OROMOON BEELAA FI WARAANANN DHUMAA JIRA- MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO

    MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal…

    2 tim 26 min
  22. Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa - Oromo Thanksgiving holiday

    Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have…

    1 tim 39 min · Säsong 1 · Avsnitt 167
  23. #BURREE KOO #Oromo#poem by Caalaa Hayiluu

    #Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee…

    2 min · Säsong 1 · Avsnitt 166
  24. Maddi gandummaa siyaasa dhokataa Oromoo Xoophiyaa jalatti hidhuuf godhamuu dha.

    Marii Yaadakool, Beekan fi Caalan taasisan Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 18 min · Säsong 1 · Avsnitt 165
  25. Lola Habashaa Fi Bilxiginnaa

    Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 39 min
  26. Qabsoo Oromoo fi shira diinaa akkamiin irra aanna?

    Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 22 min · Säsong 1 · Avsnitt 157
  27. Adoolessa 2023/Haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise

    Haal siyaasa Oromoo fi shira diinaa mata duree jedhu jalatti haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 29 min · Säsong 1 · Avsnitt 155
  28. Gadaa Labsina, Oromo new music by Bashaadaa Nagahoo

    Send us Fan Mail Support the show

    6 min · Säsong 1 · Avsnitt 156
  29. Adoolessa 2023, Maaltu deddeemaa jiraa? Marii Caalaa Fi Dave

    MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi…

    1 tim 24 min · Säsong 1 · Avsnitt 154
  30. The legacy of Aaddee #NuureeMaammee and how do we remember and pass on her incredible works to the next generation?

    Sad News The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness. Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in…

    1 tim 6 min · Säsong 1 · Avsnitt 153