VOICE FROM THE HORN Podcast

254 avsnitt. Sida 5 av 10.

  1. Qophii Egeree Oromiyaa

    MDhO/MCO: Caamsaa 30/2023 Qophii Egeree Oromiyaa Sagantaa keenya hardhaa keessatti Rogeessa fi qopheessaa Miidiyaa Waadaa Dave Abdiwaaq waliin marii goona nu caqasaa waliif qoodaa! https://www.youtube.com/live/ejrF6aJMD9Q?feature=share…

    1 tim 19 min · Säsong 1 · Avsnitt 152
  2. Poem about LOVE by Chala H Abate

    Send us Fan Mail Support the show

    2 min · Säsong 1 · Avsnitt 152
  3. Music; Birraa Wal agarra by Galaanaa Gaaromsaa

    Send us Fan Mail Support the show

    7 min · Säsong 1 · Avsnitt 150
  4. Poem : Walaloo, Gootota Oromoof, Caalaa Hayiluutiin

    Send us Fan Mail Support the show

    19 min
  5. Dhaloota irbuu baatu

    Send us Fan Mail Support the show

    5 min
  6. Durba durbummaan duute

    Send us Fan Mail Support the show

    12 min
  7. Walaloo miseensa WBO tiin

    Send us Fan Mail Support the show

    4 min
  8. Poem: Karaan kee marga Hin baasu

    Walaloo dheeraa kana bara #2013 barreesse. Waggaa 10 guute. KARAAN KEE MARGA HIN BAASU! Karaan miilaa xiqqoon, isheen irra bobbaate daamotiin qabaattee, ittiin guca nuu taate, dukkana roobarraa, gaafas calaqqistee Dimimmisa jabaa, kan…

    19 min · Säsong 1 · Avsnitt 146
  9. Conference : Gurmuu Hayyoota Oromo Ebla 2023, Mata-Duree - Meeshaalee Gabroomfannaa Saba Oromoo: Waraana, Beela fi Amantee

    Mata-Duree - Meeshaalee Gabroomfannaa Saba Oromoo: Waraana, Beela fi Amantee Meeshaa GodhachuuIjoo 1:* Amantii fi Qabsoo Bilisummaa OromooIjoo 2:* Oromoo Sanyii Daguuguu – Hongee fi Lola Geeggeeffamaa Jiru Cuunfaa fi Ejjennoo Yaa’ii GHO…

    3 tim 12 min · Säsong 1 · Avsnitt 146
  10. Shggar maqaa Lafaat, Finfinnee kennaa addaa Finna-finne (kennaa finnee dhufne) jechuu dha

    Hayyuu seenaa kaan irraa waan argaa dhageettii Oromoo caqasaa Send us Fan Mail Support the show

    58 min · Säsong 1 · Avsnitt 145
  11. Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa) Dr.Baaroo Qannoo Dheeressaa.

    Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa),Magaalaa Gaambellaa 03 fi 04 keessatti ajaja MNG'tiin bifa sukkaneessaan Oromoonni hedduu ajjeefaman. https://www.youtube.com/live/mjuKDA5BJc4?feature=share Send us Fan Mail…

    1 tim 23 min · Säsong 1 · Avsnitt 144
  12. Poem : Walaloo gabaabaa Caalaa Hayiluu tiin

    Sitti booneen siin boohaa , sitti qaanfadheen siin boonaa, Siin booneen, sitti qaanfadhaa, Sibaqadheen si aanfadhaa, sitti aanfadheen si baqadhaa… Galgala siin booneen, guyyaa siin boohaa, Galgala Siif booheen, ganama siin boonaa… Ati…

    1 min · Säsong 1 · Avsnitt 140
  13. Dhaammata: sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu

    Sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu, hin daddaaqu! Ajandaa nyaaphatiin tokkummaa kee hin sharafin! Nyaaphni keenya guyyaa Guyyaan ajandaa nuuf kalaqeet kaayyoo nu wallaalchisuun hojii manaa isa nu hojjachiifata Oromoon kanatti dammaquu qaba.

    18 min · Säsong 1 · Avsnitt 139
  14. Conversations with Ayyaan Gooobana, Dr Dassu Guyyoo and Dannaboo Dhaqqabaa on the Ethiopian Orthodox apartheid system against a fan Oromo

    The apartheid similar discrimination of Ethiopian Orthodox church on the Oromo language. Want to create live streams like this? Check out StreamYard: https://streamyard.com/pal/5024882639503360 Send us Fan Mail Support the show

    1 tim 38 min · Säsong 1 · Avsnitt 139
  15. CONVERSATION : Dhumaatin Walloo salphina Oromoo cufaati Marii Prof. Mohaammad fi J/Ayyaanaa Goobanaa taasisan

    Haalaa yeroo ammaa uummata keenya Walloo irratti weerartuun Amaaraa gochaa jirtuun dhumaatiin uummata keenya walloo salphina saba Oromoo cufaati jechuun marii J/Ayyaanaa fi Prof. Mohaammad Hasan taasisan caqasaa…

    1 tim 23 min · Säsong 1 · Avsnitt 134
  16. Poem: Aayyoo Oromoo- Giiftii Booranaa

    Yaadannoo Aayyoo Oromoo beelli fi hongeen boquu cabseef naa haa taatu. 23/01/2023 Caalaa Hayiluu Send us Fan Mail Support the show

    4 min · Säsong 1 · Avsnitt 137
  17. Ibraahim H/ Alii

    Send us Fan Mail Support the show

    6 min
  18. Dhaamsa J/ Daawud Ibsaa

    Send us Fan Mail Support the show

    6 min · Säsong 1 · Avsnitt 135
  19. Yaada Hirmaattota Hiriira mormii Hawaasni Oromoo biyya Sweden jiraatan Mootummaa Bilxiginna irratti godhame

    #OromoRally in Sweden haa taken place in the capital of Sweden and the Scandinavian city, Stockholm. The Oromo community in Sweden has held a demonstration against the tyrannical regime in Ethiopia that is constantly killing, expelling and…

    25 min · Säsong 1 · Avsnitt 128
  20. LEGENDARY OROMO ARTIST, KATAMAA HAWAAS

    Send us Fan Mail Support the show

    52 min · Säsong 1 · Avsnitt 134
  21. Poem: dhaloota Fincilaa, by Caalaa Hayiluu

    Send us Fan Mail Support the show

    5 min · Säsong 1 · Avsnitt 129
  22. CONVERSATION: Dr Baro spoke to Dr Truman, who is the director of OSG

    #Conversation: Dr Baro Keno Dheressa, an Oromo freedom fighter, human rights activist and a medical doctor by profession spoke to Dr Truman, who has been a human rights defender and leader of the Oromo Support Group – Australia (OSG) for…

    1 tim 15 min · Säsong 1 · Avsnitt 133
  23. Poetry: Abdii fi Imaltuu ( Hope and the traveller)

    Walloo waloo Caalaa Bayiluu Abaataa Send us Fan Mail Support the show

    4 min · Säsong 1 · Avsnitt 133
  24. Raaga Areeroo Boosoroo, qaroo argaa dhageetti Oromoo

    Send us Fan Mail Support the show

    3 min · Säsong 1 · Avsnitt 129
  25. Historical Message: by Aslii Oromoo

    Send us Fan Mail Support the show

    3 min · Säsong 1 · Avsnitt 127
  26. Poetry : Imimmaan Haadha Oromoo - Caalaa Hayiluutin

    Send us Fan Mail Support the show

    11 min · Säsong 1 · Avsnitt 128
  27. Poetry/walaloo : Hardhas qofaa kooti

    Walaloo Caalaa Hayiluu Send us Fan Mail Support the show

    5 min · Säsong 123 · Avsnitt 1
  28. Conversation: Salphina keessa jirru keessaa akkamiin Baana? Marii Dr.Dagfaa Abdiisaa, Ob.Ayyaanaa Goobanaa fi Dr Dassalany Guyyoo taasisan hordofaa

    Salphina keessa jirru keessaa akkamiin Baana? Marii Dr.Dagfaa Abdiisaa, ogeessa fayyaa fi miseensa Shanee gumii gumii sabaa ABOdurii , Ob.Ayyaanaa Goobanaa hayyuu diinagdee fi Dr Dassalany Guyyoo hayyuu Saayinsii Hawaasaa taasisan hordofaa…

    1 tim 23 min
  29. Poetry: Bulmaanni fi oolmaan by Caalaa Hayiluu

    Send us Fan Mail Support the show

    1 min · Säsong 1 · Avsnitt 123