VOICE FROM THE HORN Podcast
254 avsnitt. Sida 7 av 10.
- Discussion: Kaayyoo fi manii QBO fi duulaa gufachiisaa QBO yeroo ammaa
Dr. Makbib Gabayyoo fi Dr.Baaroo Dheeresssaa tu waayee kaleessaa, hardhaa fi egeree saba keenyaa karaa siyaasaa fi diinagdeen akkasumas hawaasummaan waan thuuf jiru, tahaa turee fi itti jira irratti J/Ayyaanaa Goobatu qindeesse caqasaa…
1 tim 27 min - Conversations: Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022
Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022 Hayyuu Saayinsii Hawaasaa Dr.Dassaaleny Guyyoo fi hayyuu Diinagdee Obbo Ayyaanaa Goobanaa waliin haala Oromoo fi Oromiyaa irratti marii goone daawwadhaa, caqasaa Send us Fan Mail Buzzsprout…
2 tim 31 min · Säsong 1 · Avsnitt 89 - Panel discussion in Clubhouse : Hundeen Rakkoo Oromoo maali? - Physical or mental problem?
Send us Fan Mail Support the show
1 min · Säsong 1 · Avsnitt 88 - Interview: Qindeessaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa
https://www.youtube.com/watch?v=NY6gRsPuDH4 Send us Fan Mail Support the show
26 min · Säsong 1 · Avsnitt 89 - Sochii Warraaqsa Qeerroo bilisummaa Oromoo fi wareegama Qeeroo kaleessaa fi boruu
Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. Support the show
1 tim 27 min - Wareegama Qeerroo fi gufata , manii gahiinsa QBO hanga bara 2018
The Oromoo youth made a huge sacrifice to the Oromo battle until the eagle came in and stole their precious sacrifice from them. During the conversation we made with Caalaa, Dr. Degefa, Xaasoo and Ayyaanaa Gobanaa, we spoke from the…
1 tim 29 min · Säsong 87 · Avsnitt 1 - Hiriira Mormii, GGO fI eebba Kitaabaa ilaalchisee OGMC waliin
Send us Fan Mail Support the show
1 tim 5 min · Säsong 80 · Avsnitt 1 - Conversation: Qophii Egeree Oromiyaa
* Dhimmoota Hiriira Mormii mootummaa Abiy irratti Hawaasni Oromoo gaggeessaa jiru, * Dhimma Yaadannoo GGO FI EEBBA KITAABA BOOREE, kan Gammachiis Naadoo tiin barreeffamee irratti marii Caalaa Hayiluu fi Gammachiis Naadoo taasisan Send us…
58 min · Säsong 79 · Avsnitt 1 - Waaraana Qor-qalbii saba Oromoo irratti darbe qolachuuf
Marii ogeeyyiin fayyaa fi falmitoota mirga namoomaa kan ta'an Dr.Baaroo Dheeressaa fi Dr Dagafaa Abdiisaan qopheessaa sagantaa Siyaas-Diinagadee Oromoo kan tahan obbo Ayyaanaa Goobanaa ogeessa Diinagdee tahe waliin godhan caqasaa. Send us…
1 tim 58 min - Sagantaa Soraa :Du'a Galaasaa Dilboo qeeqa gamaa-gammee
Marii Caalaa fi Yaadakool dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa irratti akkasumas waayee Qeeqa gamaa gammee du'a obbo Galaasaa Dilboo irratti taasisan Send us Fan Mail Support the show
1 tim 14 min · Säsong 1 · Avsnitt 78 - sagantaa Egeree Oromiyaa
Marii Haala yeroo irratti gareen MDhO taasisan caqasaa.- Send us Fan Mail Support the show
2 tim 6 min · Säsong 1 · Avsnitt 79 - CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan https://youtu.be/q1r_9tcwpXE Send us Fan Mail…
1 tim 34 min - Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan
Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan https://youtu.be/q1r_9tcwpXE Send us Fan Mail Support…
1 tim 29 min - Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru...
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru irratti marii Waloo Gaazexeessaa Sayyoo Ahmed, barreessaa Kumsaa Buraayyuu fi Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa. Nu jajjbeessuu hin…
2 tim 2 min · Säsong 76 · Avsnitt 1 - Marii dhaadannoo Habashootaa fi dhugaa lafa irra jiru irratti gaggeessine
Xoophiyaan hin diigamtuu jechuun dhaadannoo Habashootaa fi olola qor-qalbii Oromoo irratti deemaa jiru ilaalchisee Marii Dr.Dagafaa Abdiisaa, Barreessaa Caalaa Hayiluu fi Gaazexeessaa Tasfaayee Dheeressaa gaggeessan caqasaa Send us Fan…
1 tim 42 min · Säsong 75 · Avsnitt 1 - Duguuggaa sanyii Oromoo irratti labsame ilaalchisee- Dr.Kostee fi Ob.Birhaanuu waliin
Lola, olola miidiyaa fi aggaammii sanyii duguuggaa karaa Finxaaleyyii Amaaraa fi Mootummaa Abiyootin Oromoo irratti labsame ilaalchisee keessummoota Ardii Ameerikaa Kaabaa irraa Dr.Kostee Abdiisaa fi Ob.Birhaanuu Mekoontaa waliin turtii…
1 tim 8 min · Säsong 74 · Avsnitt 1 - The guy in the cell next door - Grabben i cellen bredvid - P1 Dokumentär -2015
The poet Caalaa was sitting in the cell next to the journalist Martin Schibbye at the police station in Addis Ababa. He is tortured daily. Caalaa escapes for her life and ends up alone in a wintry Hälsingland. During Martin Schibbye and…
49 min · Säsong 73 · Avsnitt 1 - ANI QAATAN DU'E- IRBUUFAN JIRAADHA - Caalaa's short poem
Send us Fan Mail Support the show
8 min · Säsong 1 · Avsnitt 73 - #Didaakoo! Caalaa's short poems
Didaa koo,Walaloota Caalaa Hayiluu! https://youtu.be/AiLX6WjaAjM Send us Fan Mail Support the show
14 min · Säsong 72 · Avsnitt 1 - Nuhoon Maalin Yaadatamaa? Waahillan isaa fi artistoota Oromoo Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin turtii goone.
Dhaddacha Oromootiin Chaanalii Oromiyaa irratti mata duree Nuhoo Haa yaadannu jedhuun Gumaacha Artist Nuhoo Goobanaa qabsoo Oromoo fi aartii Oromoof gumaate ilaalchisee, turtii artistoota Oromoo jaalatamoo tahan Ilfinash Qannoo fi Muktaar…
1 tim 10 min · Säsong 1 · Avsnitt 71 - CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa, qopheessan Yaadakool Dhinsaa
CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa Af-gaaffii Haala Waraana Oromiyaa, Marii Biyyoolessaa fi Loogoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa tibba kana jijjiirrame irratti Hayyuu Saayinsii Barnootaa Dr. Gizawu Taasisaa Leencoo waliin taasifne.
1 tim 6 min - Dhaddacha Oromoo: Siyaas-Diinagdee,qopheessan Obbo Ayyaanaa Goobanaa
DO: majjii 21/20 22-Hundee Qaboo Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaa irratti Keessummaan CO hardhaa Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa, qabsaawaa gam,eessa WBO kan jaal Elemoo Qilxuu faa waliin rasaasa dura dhukaasan waliin marii taasisna Send us Fan…
1 tim 16 min · Säsong 69 · Avsnitt 1 - Sagantaa Siyaas-Diinagdee- kan qopheesse obbo Ayyaanaa Goobanaati.
https://www.youtube.com/watch?v=oofxPutooDk Send us Fan Mail Support the show
1 tim 8 min · Säsong 68 · Avsnitt 1 - Miidiyaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo, turtii dura taa'aa boordii miidiyaa FNN waliin Yaadakool taasise
Waahilli keenya Yaadakool Dhinsaa turtii hundeessaa fi director miidiyaa FNN jedhamu waliin mata duree Qabsoo Oromoo fi gahee miidiyaaleen qaban irratti turtii gaggeessan caqasaa Send us Fan Mail Support the show
1 tim 4 min · Säsong 1 · Avsnitt 65 - Poem: Gayyaa Natti taatee
Walaloo Caalaa Hayiluu Send us Fan Mail Support the show
2 min · Säsong 1 · Avsnitt 63 - Hacaaluu's legacy by Soretti Kadir
Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. Support the show
11 min · Säsong 1 · Avsnitt 66